Biftu Adugna Business S.C Annual meeting

1. Gamagamma Rawwii Hojii Bara Bajaata 2015

2. karoora bara 2016 fi 

3. Tooraa xiyyeefannoo fuula irratti maariin hojeetoota fi Manajimantii walda aksiyonaa biiftuu aduunyaa waaliin guyyaa lamaaf tasifamee jira.